tag:blogger.com,1999:blog-5876597441624195128.post8270647384617055206..comments2023-06-28T06:48:15.298-07:00Comments on Oromo Free Speech: ” SAREEN UFII WAL NYAATTU BINEENSA UFIRRAA HIN GARTU “Oromo firee speechhttp://www.blogger.com/profile/12600001808201075359noreply@blogger.comBlogger2125tag:blogger.com,1999:blog-5876597441624195128.post-14622886419193394782014-03-14T11:24:15.867-07:002014-03-14T11:24:15.867-07:00jettani jettanii dhimma opdo irrattis akka wal mor...jettani jettanii dhimma opdo irrattis akka wal morminu nu gootanii? wayyaaneen waggaa dhibbaa dabaltee nu bitti. warruma garaa fincaanii warra ijannoo tokkollee hin qabne kana maal goona egaa? lafa barannutti kan nu basaasu isaan, bakkee hojennutti kan nu basaasu isaan, qabsaa'ota gurguratee kan qabsoo bittimsus isaan jara kana maal goonu egaa? Gen. Waaqoo guutuu?????????????? abbaan damma dhugeef ilma afaan hin urgaa'u jedhanii maal godhu. otoo Gen. Waaqootti baatee jiraattee haasaa tortoraa akka kanaa katabdee walitti nama hin naqxu turte. Alemayo hyena. junedin hyena too. You are hyena tooooAnonymousnoreply@blogger.comtag:blogger.com,1999:blog-5876597441624195128.post-67195617419644850582014-03-14T11:13:45.887-07:002014-03-14T11:13:45.887-07:00akkuma at mammaaksa kee keessati eerte anillee een...akkuma at mammaaksa kee keessati eerte anillee eenyu akka taate sibeeke beenu> jettee jettee opdo maaf xuqxan jettee? waan sidhibetu si dhibe malee atoo duruma kaayyoo oromoo waan of keessaa qabdu natti hin fakkaatu. si kufifachoo jennaan sigaragalfachoo jedhe namtichi. akkan ani beekutti JUNADDIIS ta'ee ALAMAAYYOON waraabessa dhiiga ilmaan oromootin cooman malee waanti isaan dantaa oromoos oolan tokko hin jiru. bara junadi beeka kan alamaayyoos beeka. lamaanuu kan fooyya'u hin jiru loon namaaf ergamanii lammii ofii nyaatan malee<br />Anonymousnoreply@blogger.com