Wednesday, July 10, 2013
Monday, July 8, 2013
Incident report from Cairo: Knife attack on Abdi Obsa (157/2012) and Attempt Against Yusuf Bariso (UNHCR No.: 1397/2009)
July 8, 2013, Cairo, Egypt
The attack on Oromo refugees in
Egypt has continued as we speak. Attached is a picture of a young man
attacked by a knife on July 6 as he and his friend were looking for
dinner. His friend survived the knife attack by running away. If you can
read Afan Oromo you can see their dire situation they are in (below)
from the message their chairman sent me. They need your immediate help
until the UNHCR is able to relocate them from where they are stranded. Galatoomaa/Mosisa
—
Abdi Obsa and Yusuf Bariso were going to look for dinner when three
Egyptian men attacked Abdi at around 9pm on his left hand saying “you
are among the Ethiopians who demonstrated in front of the UNHCR and
complain against our people. Your country is cutting our Nile and you
blame our people to UNHCR.”They were three young Egyptian men who tried to beat them and finally attacked Abdi on his left hand as shown on the attached picture. Abdi said they felt angry with foreigners and said to them we are done with Mursi and we will remain with you.
At this moment, one of them three pulled out knife and attacked Abdi on his left hand. They also tried to attack Yusuf Bariso and he manged to ran away with Abdi in order to save their lives. We took them to 6 October hospital, and also reported to police station. We kindly ask the UNHCR office to take necessary steps to move our people to safer place in Cairo.
With Kind regards,
Adem Hassen
General Secretary
Tel: +2012 7164 9723
Sunday, July 7, 2013
Alii Birraa, “Anis Biyyaan Qaba, Biyya Biyyaa Caaltu…”Jechaa Sagantaa Galataa fi Ulfinna Isaatiif MNtti Kopheessaniifitti Dhufe
Soraa Halakee
Adoolessa 6, 2013, WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Haga diqqeennaa jalqabee haga hardhallee ittuma jira ,adoo akkanuma sirbuu deemuma deemee ganna 50 gahe,ammalele dhaabuu hin geennee hinuma sirbaa jedha.
Afaanii, aadaa, seenaa,Oromiyaa ,siyaasaa,saba isaatii sirbaa akka namii hagii tokkoo jedhuutti ammoo lallabaa asi gahe,.Alii Mohaammad Birraa.
Yaada dargaggoon Oromoo biyya alaa jiran ‘jabaa keenna adoo innii jiruullee haa faarfannuu’ jedhutti ulfinnaa fi kabaja Alii Birraatii nama hedduu biyya alaatii fi Oromiyaallee MNtti walti fide.
Sagatnaan kun interneetii irraa yoosuma platlak,ustream fi waan hedduund abarsaa bahan. Guyyaan kun ka Alii fi sirbitoota Oromoo hedduullee hujii isaaniitiin itti faarsan.
Dargaggoo qophii tana kopheessite keessaa tokko,Eeliyaas Ibsaati,“Qophiin baayyee nama gammachiiftuu,qophii sabboonummaa Oromoo garsiiftuu..irbaataan boodatti dhaamsaa viidiyoo biyya keessaa fi biyya gara garaati dhufe ka si jaalannaa,si kabajnaa, hayyuu keenna,barsiisaa keenyaa jedhutti dhufee baayyee nama gammachiifti.”
Warra ulfinna Alii Birraatii dhufe keessaa tokko Dr.Mohaammad Hassan,Atlaantaa irraa dhufe “Alii Birraan kennaa Oromooti,” jedhe .
Kaan ammoo Dr.Gammachuu Magarsaatii biyyaa dhufe.Aliin eennu jetta jennaan “kennaa-waaqii Oromoo kenne, nama waaqii Oromoo kenne,qabsaahaa,saba isaa jaalatu waan isaa dubbatanii hin fixan.
Sirbii Alii akka Dr.Gammachuutti sirbuu qofaa miti lallaba,bara Oromoo mootummaa akka akkaa keessatti rakkate inni seenaan sun lallabaa dabarsa jedha.Waan Oromoon keessa jiruu fi keessa dabre lallaba.
“Callanqoo kahee oggaa yaadan dhibaman jiruu afaan wallaalanii ka jedhu keessaa waraana Calanqootii fi dhuma Oromootti jira..sanaan duuba birraadhaatti biri’e jedhe sun… oggaa Afran -Qalloon dhaabatetu waan akka Oromootti dhaabbate waan argateef birraatti nu bari’e sun waaqa itiin faarfate Oromoo biraan gahe.”
Alii bara waraanaatii fi bara gammachuullee akkanuma dubbata jedha Dr.Gammachuun
“Calanaqoon duuba yoggaa waraani Baalee kahee Oromoon kaaniin somalee shirrixi lebaash jedhani fixanii Alii Birraan namii keenna kaan gaaratti baqdee uirraa faccisee oggaa dadhabe kaan fixan obsee yaa onnee jedhe..bara dargii Oromoo yaadaan gargar baasan ..maaltu addaan nu baase nu ilmaan haadha tokoo jedhee faarse..
Tana malleellee biyyatti deebinaan ammoo,”eegii biyyaa bahe ammoo …miila taha malee garaan keena biyyaa hin baane..kallachaa tokkummaa hundee bilisummaa… jedhee faarse.”
Ganna 50essoo ulfinna Alii Birraatiif kopheessan irratti nama hedduutti dhufee dadhabbii Aliin ganna 50 afaan Oromootiin sirbee aadaa,fi Oromo itti guddiseef badhaase,sagantaan kun yoosuma interneetii irraa “LIVE” dabarsaa turan.
Saturday, July 6, 2013
Subscribe to:
Posts (Atom)