Saturday, June 11, 2016

Itti Gaafataamaan Yunveresittii Rift-Valley Obbo Gololcha Baalii fi Dameen Barnootaa Abiyoot Nuguseen Ukkaanfaman.


Reft vally gaafatamaaWaxabajjii 10,2016 Diinii Yunveresittiichaa kan ta’e Gololcha Baalii fi itti gaafatamaan Damee Barnootaa fagoo Abyooti Nugussee humnoota tikkaa motummaa Woyyaaneetiin bakka hujii isaan irraa butaman akka fudhataman himamee jira. Itti Gaafatamtoon kuniin butamuu mallee hanga ammatti bakki geeffaman hin beekaminne .Barrissiisaa Caalchisaa Daamxxoo fi Abyyooti Nugussee kaleessa galgalaa ( wax.8 / 2016 ) Waajiraa isaniitii konkolataa gara garaatiin kan fudhataman yoo ta’u, Rift-Valley
Obboo Gololcha Baalii ganama hardhaa waxabajii ( 9/2016) akkuma Waajiraa seeneeni faana seenanii akka butani deeman himamee jira. Obboo Gololcha Baalii Preesidaanti Baratootaa Oromoo Yunveresittii Finfinnee kan turee yoo ta’u yeroo hedduu deddebise hidhamaa turuun isaa niyaadatama.

Monday, June 6, 2016

Number of migrant bodies found on Libyan coast rises to 133 — Red Crescent


libya_3
TRIPOLI (The Jordan Times) — The bodies of 133 migrants have washed up on the shore at the western Libyan city of Zuwara in recent days, the Red Crescent said on Sunday.
Spokesman Al Khamis Al Bosaifi said about three-quarters of the migrants were women and there were at least five children. No documents were found with the bodies, which were partly decomposed, but they were mainly sub-Saharan Africans, he said.
A local security official said the migrants were thought to have set off from the nearby city of Sabratha, where a surge in boat departures led to hundreds of migrant deaths last week.
Migrants hoping to reach Italy from Libya pay hundreds of dollars to traffickers for a place in a boat. The vessels are often flimsy and ill-equipped for the journey across the Mediterranean.
The crossing is far more dangerous than that between Turkey and Greece, which was the busiest sea route until a deal to curb flows between the European Union and Turkey came into force in March.
So far this year more than 40,000 migrants have arrived in Italy after crossing the central Mediterranean, many fleeing poverty, repression and conflict in sub-Saharan Africa. More than 2,000 have died trying to make the crossing.

Saturday, June 4, 2016

Detainees beaten and forced to appear before court inadequately dressed in Ethiopia

amnesty
Here are a glimpse of Mr Bekele Gerba and and the 21 others in the same file for a hearing at a court all barefoot. The detainees were also wearing mere shorts and t-shirts when they appeared at the Federal High Court 19th Criminal Bench here in the capital.right afte they were forced to wear pajamas and tank top. They left Qilinto only in underwear.
June 3, 2016 – taking picture was forbidden:  this is a hidden picture glimpse of Mr Bekele Gerba and and the 21 others in the same file for a hearing at a court all barefoot. The detainees were also wearing mere shorts and t-shirts when they appeared at the Federal High Court 19th Criminal Bench in the capital. Right after they were forced to wear pajamas and tank top. They left Qilinto only in underwear.
(Amnesty International) — Authorities in Ethiopia should immediately stop the ill treatment of political opposition members and human rights defenders who were beaten in detention and then forced to appear before the court inadequately dressed, Amnesty International said today.
The 22 defendants, including political opposition leaders Gurmesa Ayano and Beqele Gerba, Deputy Chief of the Oromo Federalist Congress, were brought today before the court inadequately dressed. According to complaints lodged with the court by Beqele Gerba, some defendants were beaten while in detention, and prison officials confiscated all the defendant’s black suits, which they intended to wear to court. The rest of their clothes were taken by other prisoners.
“Aside from the beatings they suffered in detention, degrading the defendants by making them attend court in their underpants is a new low in the behavior of the prison authorities and a total outrage,” said Michelle Kagari, Amnesty International’s Deputy Director for Eastern Africa and the Great Lakes.
“The Ethiopian authorities and the Court cannot let this ill-treatment go unanswered. They must ensure a prompt credible investigations and that those responsible are held accountable.”
The 22 defendants were charged under the Anti-terrorism Proclamation law for organizing the November 2015 Oromia protest. On April 26, 2016 the court adjourned their hearing for May 11, 2016. However on May 11 the prison authorities failed to present the defendants in court. The defendants all wore black suits in mourning for those killed during the protests, which apparently caused the prison authorities to refuse to take them to court.
“Ethiopia’s long time muzzling of dissent has had a devastating effect on opposition members and human rights defenders who are completely prevented from exercising their right to freedom of expression and peaceful assembly,” said Kagari.
Beqele Gerba and the co-defendants in the case were arbitrarily arrested following the largely peaceful protests which began in November 2015 against the dispossession of land without adequate compensation in Ethiopia’s Oromo region.
In response to the protests, the authorities arbitrarily arrested thousands of people, and several hundreds of people participating in the protests have been unlawfully killed by the security services.

Thursday, June 2, 2016

Godina Kaaba Shaggar Saalaalee Aanaa Kuyyuu Magaalaa Gabra Gurraachaatti gaggeeffamee irratti Tarkaanfii Diinummaa Waraanni Agaazii fudhateen Sabboonaan Oromoo Obboo Toleeraa Ijaaraa Wareegamuu Qeerroon gabaase.


Waxabajjii 01/2016 Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG marsaa 5ffaa Caamsaa 30/2016 n guyyaa har’aa Uummatni Oromoo kumootaan lakka’aman dhaadannoo fi dheekkamsaa guddaa dhageesisuun sirni awaalcha isaa rawwate.
 Guyyaa dheengaddaa Salaalee gabra Gurraachaatti Warraaqsii jabaan qabsiifamee gaggeeffamaa oluu gabaasuun keenya ni yaadatama. Warraaqsaa kana irratti tarkaanfiin diinummaa  waraanni agaazii wayyaanee gaasii Summaa’a uummatarratti dhukaasuun fudhateen sabboonaan Oromoo Obboo Toleeraa Ijaaraa abbaan maatii ijoollee sadii kan qabu ukkanfamee Wareegamuun isaa uummata Oromoo Aanaa Kuyyuutti kan dhagaa’amee fi hedduu dheekkamsiisaa jiru yoo ta’uu guyyaa har’aa Sirni awwaalcha isaa Aanaa Kuyyuu Gabra gurrachaatti bifa adda ta’een bakka sabboontootni fi qeerroon dargaggootni Oromoo argamanitti uummata gara kuma 4000 olitti lakka’amuun kan gaggeeffame ta’uu madden keenya Gabra Gurraacha irraa gabaasan. Uummatni oromoos Toleeraa Ijaaraa Kaayyoorratti wareegamee kaayyoo Toleeraa Ijaaraa goonni Oromoo kun irratti wareegamees galmaan ni geenya, dhumnee dhabamna malee mootummaa gabromsaa jalatti deebinee hin bullu jechuun dhaadannoo guddaa dhageesisuun sirni awwaalcha isaa bifa adda ta’een gaggeeffamera. Waraabbii video fi suuraalee sirna gaggeessaa sabboonaa Oromoo kana irratti waraabame waan qabnuuf kan isin qaqqabsiifnu ta’uu ni hubachiifna!!

Wednesday, June 1, 2016

Caamsaa 31, 2016 Godina Lixaa Shaggar Aanaa Ada’aa Bargaatti Warraaqsii biyyoolessaa Oromiyaa FXG marsaa 5ffaan Gootota barattoota Oromoo M/B Sadarkaa 2ffaa fui Qophaa’inaa Incinniitiin guyyaa kaleessa irraa eegaluun finiinee itti fufe!!


Itti fufaSochii warraaqsaa FXG marsaa 5ffaan kun daran jabaachuun goototni barattootni Oromoo Aanaa Adaa’aa Bargaa Magaalaa Incinnii fi M/B Incinnii  keessatti qabsiisan Nuti Barattootni utuu torbee tokkoillee nagaan hin Baratiin baatii 6 guutuu mirga uummata keenya sarbameef gaaffii mirga abbaa biyyummaa fi kabajamuu mirgoota namummaa fi dimookiraasii dhiyyeeffachuun hanga har’aa deebiin tokko illee nuuf kennamuu dhabuu fi torbee tokko illee nagaan sirni baruu fi barsiisuu utuu nuuf hin kennamiin qormaata kutaa 12ffaa fi 10ffaa Oromiyaa keessatti barattoota Oromoof kennuun dabaa fi Shira ittin uummata Oromoo miidhuuf dalagamaa jiru waan ta’eef ni balaaleffanna jechuun hanga gaaffiin mirga abbaa biyyummaa deebii argatuu fi bilisummaan uummata keenyaa mirkanaa’utti warraaqsaa keenya isa xummuraaf gaggeessa jirruu irraa duubatti hin deebinu jechuun bifa haaraan warraaqsa dhoosuun diina wawwachisaa jiraachuun ibsatan.
Mootummaan abbaa irree Wayyaanee humna waraana isaa barattoota irratti bobbaasuun Barattootni Oromoo  hedduun isaanii humna waraanaan qabamuun Magaalaa Incinnii irratti hidhamanii jiran keessa barattootni Oromoo 4 immoo humna waraanaan butamanii eessa buuteen isaanii kan hin beekamne ta’uun ibsame jira. Sochiin warraaqsaa FXG uummata Oromoo humna Waraanaan dhaabbachuu hin danda’u guyyaa ha’as  Godinaalee Oromiyaa  garaagaraa keessattis itti fufee jiraachuu Qeerroon gabaase.

Sunday, May 22, 2016

Ayyaanni Caamsaa 20 Uummata Oromoo Hin Ilaallatu, Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo


cropped-qeerroo-edit.jpg

  Ayyaanni Caamsaa 20 Uummata Oromoo Hin Ilaallatu

Akkuma beekamu baatiiwwan 6n darban irraa kaasnee haala sochii Qeerroo fi uummata Oromoo Oromiyaa keessatti taasisaa jiruu fi ture yoo ilaallu yeroo itti uummanni Oromoo gabrummaan naga’a jedhee ifaan karaa nagaadhaan harka isaa qullaa mootummaa shoroorkeessaa tahe hunduu dura dhaabbatee falmii isaa gaggeessaa har’a gahuun uummataa beekkaammaa fi  mootummoota addunyaa illee kan dammaqsee dha.  Seenaa keessattis bakka olaanaa tahee kan qabatee hafu FDG-FXG bara kana (2015/2016) taha.
Guyyoota 8-9 hafan fuula kana dura jechuunis Caamsaa 20 mootummaan Wayyaanee miidiyaalee kijibaa fi ololaa of harkaa qabuun akkasuma akka OPDO/ADWUIttis dabalata deggertoota isaaniin yaada uummataa burjaajessuu fi ilaalcha uummataa jijjiiruu kan jedhu kan of keessaa qabu ragaduuf waamicha taasifachaa jiru. Utubaan Wayyaanee fi dhagaa golee taatee kan Wayyaanee irraa balaa dhufu eegdu maqaa Oromoo dhahattee Oromoo kan hin taane dhaaba OPDO ofiin jettuun gargaaramuudhaan ammallee sirna gabrummaa dheeressuudhaaf mootummaan Wayyaanee ayyaana caamsaa 20f of qopheessaa caasaa isaas qopheessaa jiraatun kan hubatamaa jiruudha.

Wednesday, May 18, 2016

Yuunversiitii Wallaggaa keessatti humni federaalaa baratoota bahuuf galuu dhorkaa jiraachuun beekame.

 

IMG_20130101_035451Caamsaa 18,2016, Yuunversiitii Wallaggaa keessatti humni federaalaa baratoota bahuuf galuu dhorkaa jira.Torban kana keessas mootummaan gabroonfataan Wayyaanee humna qawween biyya bulchaa jiru sodaa guddaa keessa seenuun mooraa yuunversiitichaa keessa bombii seensitan maqaa jedhuun baratoota nagaa irratti sakata’iinsa geggeessaa jira.Seensa Yuunversiitichaa irratti sakata’iinsa jabaan geggeefamaa jiraachuu maddeen keenya achirraa nu qaqaban eeraniiru.