Oromo Free Speech
Pages
(Move to ...)
Home
NEWS
OLF
ayyaantuu
Qeerroo.org
Gaddaa Oromoo
bilisummaa.info
▼
Monday, June 1, 2015
Moggaasa Lafaa Godina Addaa Finfinnee Jechuun Qonnaan Bultooti Oromoo Haalaan Buqa’uun Gamooleen Investeroota Halagaa Daran Ijaaramuu Itti Fufe.
Yeroo ammaa kanatti jiraattotii fi qonnaan bulaan Oromoo dachii isaanii irraa buqa’anii lafa irra jiraatu hin beekamu. Lafoota qonnaan bulaa qotachaa jiraachaa ture har’a manneen dhagaa inversteroota alagaan daran ijaaramaa jira.
Share this:
No comments:
Post a Comment
‹
›
Home
View web version
No comments:
Post a Comment