Yaadannoo FDG Sadaasa 9, 2005 waamicha qabsoo fi mormoii karaa nagaatiin uummanni mirga isaa eegsifachuu danda’u akeekuun ABO godheen sochii uummanni biyya keessaa addattuu barattoonni Oromoo gaggeessaniin lubbuun sabboontota Oromoo hedduun du’aan gaaga’ameera, hidhamaniiru, ariiyatamaniiru, dararamaniiru, qabeenya saamamaniiru, gochaa suukkaneessaan dhala namaatiif hin malle marti mootummaa abbaa irraa Wayyaaneen raawwatamaniiru. Kun hanga ammaatti hin dhaabbanne, ajjeechaan fi dararamni bifa hundaanuu itti fufee jira. Kun ammoo Qabsaawota, humna QBO Qeerroo Bilisummaa qabsoo finiinsu dhalche male gaaffii abbaa mirgummaa Oromoon qabatee ka’e kan dhaabu mitii taakkuu tokko illee boodatti hin deebisne.
Dhaadannoo.docx
Dhaadannoo.docx
No comments:
Post a Comment