April 6, 2015
Posted by OromianEconomist in Irreecha (Irreesa) 2014, Irreecha (Irreessa) 2014, Irreecha Arfaasaa, Irreecha Birraa.Tags: Africa, African culture, African Studies, Irreecha Arfaasaa (SPring Celebration) in Oromia, Irreecha Orormo, Spring equinox in Oromo Culture
trackback
Spring equinox known as Irreecha Arfaasaa in Oromo culture colorfully celebrated in Oromia on 5th April 2015. Dressed in cultural costumes, Oromians revel in the return of spring by visiting the ancient sites including mount Furii in Central Oromia.
Ayyaani Irreecha Arfaasaa Oromoo haala ho’aa fi gammachiisaan Dilabata Ebla 5, bara 2015 Tulluu Furii irraatti kabajamee oole. Tulluun furii Tulluuwwaan Ulfoo Oromoon qabu keessaa ishee tokkodha. Guyyaa kana Waaqeffattoonni fi jiraatonni Magaalaa Finfinnee, Sabbataa fi Naannawaa ishee Irrati argamanii Haala Addaan Kabajameera.
No comments:
Post a Comment