Gabaasa Adoolessa 10,2014
Dararamni Oromoo mana hidhaa Wayyaanee keessaa umurii hin filatuDargaggoonni maqaan isaanii armaa gadi xuqame guyyaa 23/08/2006 (A.L.E) irraa eegalee sababa tokko malee jumulaan walitti qabamanii shakkiidhaan hidhamuu irraan kan ka’e ma/mu/ol/Go/ Sh/Lixaatti akka dhihaatanii fi himannaan dhiyaate waan hin jirreef jedhee ajajaan akka gadi lakkisaman murteesse. Haa ta’u malee ajajni mana murtii kun hojii irra ooluu irra umurii daa’imummaan mana hidhaa keessatti dararamaa jirra jechuun ma/mu/waliigalaa Oromiyaatti ol iyyatanii hanga yoonaatti deebii hin arganne. Isaanis;
- Shibirree Mokonnon G/Yesus Umuriin waggaa 15
- Misgaanaa Oolgaa Dawoo umuriin waggaa 16
- Alamituu Fayyeraa Baayisaa umuriin waggaa 16
- Qana’aa Chuuchee Baalchaa
- Dhibbaa Tuuttashaa
- Caalumaa Simee Qumbii
- Abdataa Baatirii Barsiisaa
- Qananiisaa Raggaasaa Wayyeessaa
- Raffisaa Waaqshumee Dheeressaa
- Badhaasaa Sobbooqaa Miidheksaa
- Rabbirraa Aroomsaa Gitaa
- Guutamaa Disaasaa Fayyee
- Gazzaahany Iddoosaa Nugusee
- Mazgabuu Takilee Zawudee
- Caalaa Maandhessaa Nadhaa
- Gaashaaw Qana’aa Damee
- Mitikkuu Gammadaa Haroo
- Ayyaantuu Margaa Yaalii
- Abdii Baddeessaa Dhaabaa
- Baruudiin Shariif Ahmad
- Kadir Qamar Rashid
- Misgaanaa Tarreessaa Tasgaraa
- Alamuu Magarsaa Tolasaa
- Shunaa Dhugaa Dirribaa
- Wabii Xilahun Tafarraa
- Lataa Bayyanaa Maammoo
- Daani’eel Olaanaa Abdiisaa
- Daammanaa Girmaa Bayyanaa
- Raajii Baqsuu Yaadatee
- Waaqumaa Dhaabaa Dammaa
- Dajanee dhugumaa
No comments:
Post a Comment