Leenca leencoota hunduu maaf si hamata!! Huno ool ka'e mayri kee lalisee
faajjii isaa ool kaassee waregamaaf if qopheesse.bara 22n dabran kana
keessa wanti wayyaaneen milkooyte yoo jiraate
tokko oloola namoota
cicciimaa qabsoo bilisumma Oromoo keessatti dhageetti gurgguuddoo qaban
irratti oloola oofte Uummata Oromoo biratti shakkisisuun akka jibbaan
taasisuudha qabsawoota wal Afaan deebisuudha ture.haatahu malee ar'allee
namooni oloola san qabatani ifirratti duulaa jiran haa jiraatani malee
bu'aan isaa ni xiqqaata.kanfuu gamttaan kanee nagaati gabrummaa jechuun
akkaan nu barbaachisa.
Wanti wayyaaneen milk
No comments:
Post a Comment