Gurraandhala 18,2014 Finfinnee
Mootummaan Wayyaanee amanamtoota isaa baroota dheeraaf alagaa
tajaajiluun uumata Oromoo kanneen ganan aangoo irraa darbuu irratti
argama. Akka kanaan itti gaafatama Miidiyaa Oromiyaa kan ture Obbo
Masfin Darajjee aangoo irraa darbamee jira. Mootummaan Wayyaanee haala
kana keessatti tasgabbii dhabinsa irraa kana dalagaa kan jiru yoo tahu
Uummatni diiddaa gaggeessaa jiraachuun itti fufee jira. Bakka Masfin
kanas nama Tamasgeen Baayisaa bakka buusanii jiran. Pirezedaantiin
Oromiyaa Obbo Alamaayyoo Atoomsaas xalayaa hojii dhaabuu galchuun hojii
lakkisanii jiran.
No comments:
Post a Comment