Wednesday, February 20, 2013

Walga’ii Ji’aa WWDO


Walga’iin WWDO idleen Dilbata Gurraandhala 03, 2013, sa’aa 6:00w.b. irraa eegalee gaggeeffama. Akkuma barame sirna walga’ii keenya irratti qophiileen adda-addaa kan haala yeroon wal-qabatan qopha’anii jiru.

Kanaaf, dargaggoonni Oromoo Washington DC, Maryland (MD) fi Verginia (VA) keessa jiraattan walga’ii keenya ji’aa kana irratti argamuun sochiiwwan hojii jabeessoo ta’an ka dargaggooti hamlee guddaadhaan geggeessaa jiran irratti akka qooda fudhattan waamicha keenya kabajaa isiniif dabarsina.

Bashannanaa gamtaa keenya hojiin haa muli’fnu!

Bakki: Jaarmiyaa Hawaasa Oromoo,
6212 3rd Street, NW,
Washington, DC 20011

Sa’aatii: 6:00w.b.

Dargaggoon Oromoo Irree Oromoyaati!

Koree gidduu WWDO (Waldaa Walgargaarsa Dargaggoota Oromoo) irraa.
http://www.youtube.com/watch?feature=player_embedded&v=vTZynu5YN1k

No comments:

Post a Comment