Mudde 8,2015 Guyyaa Har’aa FDG Itti Fufuun Magaalaa Waliisoo,Ada’aa Bargaa,Ejeree,Geedoo fi Shashammannee Keessatti Jabaatee Itti Fuee Jira.
Addatti  Walisoo dirree waraanaa fakkaattee jirti. Manneen tajaajila kennan kan akka Hoteelaa,Suuqii fi dhiimmi daldalaa hundi dhaabatee waraani tikaa waayyaanee qawwee waaqatti olqabanii dhkaassaa jiru. Kan namatti tolu ummaann magaalichaa bartoota cinaa graa jira. Loltooti Wayyaanee dhukaasa bananiin meeshaa gurguddaa yeroo shanii ol dhukaasanii jiraachuu Qeeroon gabaasa.