Monday, October 19, 2015

The public meeting convened by Oromo Federalist Congress (OFC) in Finfinne Sunday, October 18, 2015


12122800_10153686845554483_7272090839171122196_n12109216_10153686845559483_3167884506525406468_n(Oromia Press) — The public meetingconvened by Oromo Federalist Congress (OFC) in Finfinne Sunday, October 18, to discuss the so-called Addis Ababa and Oromia Special Zone Integrated Development Master Plan has ended adopting a 9-point resolution expected to be announced by OFC in an official press release. Sources say the meeting concluded that the Master Plan is a land grab policy disguised as a development plan and called on Ethiopian authorities to halt it, and on the public to continue rejecting it.
____
Walgayiin ummataa Kongreseii Federaalawaa Oromootiin Finfinneetti har’a (Dilbata, 18/10/15) geggeeffamee ture ejjennoo qabxii 9 qabu irratti waliigaleetee uummachuun xumurameera. Ejjennoon qabxii 9 qabu sun ibsa KFOn baasuun ummatatti beeksifama. Walgayichi maqaa Maastar Pilaan jedhuun karoorri mootummaan Itoophiyaa Finfinnee fi Godiina Addaa Oromiyaa keessatti hojiirra oolchuuf qophaawaa jiru karoora saamicha lafaa akka ta’e hubachiisee hatattamaan akka dhaabu gaafateera. Ummatis mormii isaa akka itti fufu dhaamsa dabarseera.
12118990_10153686845564483_3214445270119346610_n

No comments:

Post a Comment