Guraandhala 2,201612695333_571671976318055_533002351_o
Wallagga Aanaa12633202_571672386318014_1319552747_o Jaarsoo Mana Murtii Jaarsoo Keessatti Barattoota Oromoo FXGn himatamanii ragaa sobaa itti qindaayee kanneen hidhaa jiran har’a Guraandhala 2,2016 suuraa muldhisu dha.
Haaluma kanaan guyyaa har’aa motummaan Wayyaannee gaaffiin master pilaniin gaafii sirridha ni dogogorree osoo jedhu baratoota gaaffii mirgaa gaafatan mana murtiitii dhiyeessun Kaabinoota isaaf poolisii dabalatee baratoota 26 irraattii ragaa sobaa namoota 29 qophessun akka addabaman gochuuf bartootaf ummataa gidirsaa jira…bartoota himaatamaniif….namoota irraattii ragaa ba’aan listii akka armaa gadii ta’a. 12632892_571677876317465_887667054_o12669280_571676429650943_1255414535_o12669735_571678532984066_304345797_o12669817_571677389650847_988585532_o12669932_571676962984223_1653857339_o