Friday, February 26, 2016

#OromoProtests – Mass Protests, February 26, 2016 (Update 1)

#‎OromoProtests‬
“Change does not roll in on the wheels of inevitability, but comes through continuous struggle. And so we must straighten our backs and work for our freedom. A man can’t ride you unless your back is bent”. Aluta continua!
~Martin Luther King
12742301_464109057118225_8021157537940294033_n
#‎OromoProtests‬ Guyyaa har’aa Gurraandhala 26, 2016 Harargee Lixaa Aanaa Habrootii ummanni magaalaa deemoo mormii isaa itti fufee jira. Eergaan achirraa dhufte akkan jetti. “Aradda firii jiruu dikichaa fi matamuraarraa nuuf dhufaaniit jiraan hangga ammaa hoaadha nuuf dabaarssii jawaar kheenya haamilee nuuf ta’aa.Alaaba qabaneet iitti jira sa’aa 11:00naraa eegalee. wanni si’ajaa’ibuu guddaan hoolaa kantiibaa magaala deefoo obboo xiqqaa aliyii osoo namni tokkoo hin tuqiin nuu wajjiin hiriira nagayaa bayee. ”
habroo#‎OromoProtests‬ Our revolutionary mothers did not just bless and send out their kids and stay at home, they came out marching at the forefront!!
======
Haawwaan keenya ilmaan dayan duulatti bobbaasanii jalaa hin hafne, mudhii hidhatanii wajjiin duulan malee
hadholi
Guyyaa har’aa salaata jum’aa booda Muslimtootni magaalaa Finfinne bifa addaatiin mormii dhageessisanii jiru. Mormiin kun kan godhame Masjiida masara mootummaa irraa fageenya meetira 200 irratti argamutti dha. Masjiida Fulwuhaatti! Mormii guyyaa har’aa kana irratti muslimtootni dhadannoowwan isaanii bifa addaatiin afuuffee irratti barreessuun samii keessatti gadi lakkisuudhaan godhatan. Dhadannoowwan barreeffamanii gadi lakkifaman keessaa “Cunqursaa biyyoolessaa hin baadhannu, Kanneen hidhaman haa hiikkaman, Ajjeechaan haa dhaabbatu, mootummaan amantii keessaa harka isaa haa baasu, sagaleen ummataa haa dhaga’amu….” kanneen jedhaman keessatti argamu. Wayyaanee kara hundaanu duuti itti dhuftee jirti.
masgida

Kunoo me ilalaa line gubaa dhabadhee Benzilaa konkolattaa bitufii sa’aa 3fi daqqiqaa 47 ta’ee jiraa amaa finally konkolattaa 1 naduraa jira kananii ka’ee garuu Adama hangaa Fifinnet Benzilaa tokko hin jiruu.
Kunoo biyyii misomtee nu jedhuu tv esantii garuu gas konkolattaa fi zayyitaa itiin nyatanii hinqabduu.
benzin

‪#‎BilisummaaOromoo‬-(26.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Kun diddaa Oromoo mana barumsaa Midaaqeny, Shawaa Lixaa keessatti yeroo amma deemaa jirudha.
12799262_10207679634900620_4446893909793168820_n

#‎BilisummaaOromoo‬-(26.02.016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Kun diddaa Oromoo Arsii Bahaa magaalaa Itayyaa keessatti Guraandhala 25 bara 2016 Qeerroo Oromoo Arsii Bahaa tiin gaggeeffame… daandii cufuun diddaa ibsatan.
10173699_10207678914362607_8088673911092802077_n

#‎OromoProtests‬-(26.02.2016, ‪#‎RoadBlock‬, Oromia) The road between Addis Ababa and Walliso was blocked earlier. Now soldiers are forcing passangers of buses and forcing them to remove the rocks used for road blockage. Feb 26, 2016
==========
BilisummaaOromoo-(26.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Daandiin Walisoo gara Finfinnee geessu ganama kana cufamee ture. Yeroo amma loltoonni ummata konkolaataa irraa buusanii dirqiin dhagaa kaasisaa jiru.
10401423_10207679555978647_1555028961792051183_n#‎OromoProtests‬-(26.02.2016,‪#‎OromoResistance‬, Oromia) Nine (9) truck loads of soldiers passing through Adama to Eastern Oromia today at 1:20 PM Feb 26, 2016============BilisummaaOromoo-(26.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Waraanni Wayyaanee konkolaataa sagaliin Adaamaa keessa dabree gara Baha Oromiyaa deemaa jira.Qeeroon jajjabee ijjolee dannoon biqqilchitee goddinaa shawa lixaa annaa dannoo lafaa investment maqaa dhahachuun qabeenyaa ummataa lafaa hektaraa heeduu fudhchuun hadhaa qabeenyaa abbabech mataferiyaa ishee dhigaa oromotaa dhangalasistuuti keenee ummataa lafaa qonasaraa buqqisee kanneen ommishaa bargamoo mudduraf kuduraa irraa caalatimoo margaa horrif ta,uu biyyaa keessaa darbee biyyaa ollaatif fee,aa turtee margaa heduu hamamee tulamee kan lfaa jiruu tilmaaman hektaraa 10 ta,uu irratii tarkanfii fudhatameen gafaa robii guyyaa 24/02/2016 halkaan keessaa sa’aa 11:25 nannoo kuussulee jedhamee wammamuti fudhatameen gutumaa gutuutii barbada,era ammas tarkanfiin kuni gara ful durratii ittii fuffaa.
#‎OromoProtests‬-(26.02.2016, ‪#‎OromoResistance‬, Oromia) This is Oromo protests in Deefo town, Habro District, West Hararge Feb 26, 2016.
==========
‪#‎BilisummaaOromoo‬,(26.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Kun mormii ummata Oromoo kan Harargee Lixaa Aanaa Habroo Magaalaa Deefoo keessatti gaggeeffamaa jiru.
#‎OromoProtests‬-(26.02.2016, ‪#‎OromoResistance‬, Oromia) This is Oromo protests in Deefo town, Habro District, West Hararge Feb 26, 2016.
==========
‪#‎BilisummaaOromoo‬,(26.02.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬, Oromiyaa) Kun mormii ummata Oromoo kan Harargee Lixaa Aanaa Habroo Magaalaa Deefoo keessatti gaggeeffamaa jiru.
harda

harda

masgida


No comments:

Post a Comment