Sunday, April 21, 2013

Radio Afuura Biyyaa: Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo – Oslo, Norway, fi Wellington, New Zealand

Kabaja Guyyaa Gootota Oromoo (GGO) isa bara 2013 magaalota Oslo fi Wellington keessatti ta’e. Obbo Dhugoomsaa Dhugaasaa seenaa jaallewwan isaanii goototaa Oromoo qabsoo irratti kufanii kan isaan dubbatan, gaaffii fi deebii Dr. Dagafaa Abdiisaa woliin ta’e akkasumas kabaja GGO isa Wellington ilaalchisee gaaffii fi deebii Obbo Lalisaa Kumarraa bakka bu’aa ABO New Zealand woliin goone caqasaa.
Bosonn Yaayyuu ibiddaan manca’aa jira. Motummaan dirmannaa tokko hingoone. dhimma kana ilaalchisee Obbo Geetaachoo woliin haasaa nuti goone oduu keessatti argattu.
Gadaa.com

    

Comments

No comments:

Post a Comment