Thursday, March 13, 2014

Kora Xiqqaa ABO Kutaa Iskandinavia

Gadaa.com
Hunda dura nagaan keenya ilmaan Oromoo maraaf.
1. Korri xiqqaan ABO Kutaa Iskaandinaaviaa kan bara kanaa kan taa’uu deemu Magaalaa Oslo dhatti Ebla 11, 2014 ganama waaree dura sa’aa 09:00-15:00 waaree boodatti.
Teessoo Grønland OLAFIAGANGEN 5 (mana poosta bira) ykn bakka magaalaa Saftii (Sanbata) beekkamtu bira.
2. Ebla 12, 2014 Yaadannoon Guyyaa Gootoota Oromoo waaree dura sa’aa 10:00 eegala. Teessoon Tåsen seniorsenter Tåsenveien 66 . Oslo City irraa “bus” lakkoofsa 34 fi T-bane lakkoofsa 6 kan gara Sogensvann deemuutu nama geeysa.
Galgala san wallistoinni oromoo bebbekkamoon isin booharsuf qophaawanii jiru.
Qunnamtiif
- Yonas Hambisaa + 47 95892477
- Hussein Ahmed +47 90527298
- Amansiis Qanaatee +47 99543661

No comments:

Post a Comment