Monday, August 26, 2013

Qophii Ayyaana Irreecha kan bara 2013 Norway Magaala Oslo (Fulbaana 28)

Gadaa.com
Qophiin Ayyaana Irrechaa kan bara 2013 Norway magaala Oslo Fulbaana/September 28, sa’ati 11:00 irra kaasse bakka sogen vann jedhamuti.
Kabajuuf qophii barbaachiissu mara xumuree guyya isaa egaa jira.
Kanaafu Oromoon magaala Oslo fi naano kana jiraatan, firootan Oromoo,
degartoonif jaalalla aadaa wari qabdan hundi qophii kan irrati akka argamtani kaabbajaa gudaa waliin isiin afera. Irreechan booda beektottaa fi mangudoota aadaa Oromoo beekanin marii addaa YKN seminar ni kenama.
Bakki isaa:
Tåsen Seniorsenter
Tåsenveien 66
0873 Oslo
Sa’ati: 19:00 iraa kaasse Irbaata fi Galgala Adaa
Odeeffano/information
95188081 Seleshi Tolasa
91185127 Hailu Kitaba
Gadaa.com
Gadaa.com

1 comment: