Tuesday, April 26, 2016

#OromoProtest Daily, April 26, 2016

Sad News

Sad NewsJaal Margaa Dabaloo to’annaa Wayyaanee jalatti kufuun dhaga’ame!Obbo Margaa Dabaloo Godina Wallaggaa Bahaa Aanota Giddaa waliigala (Giddaa Ayyaanaa,Kiiramuu,Eebantuuu,Galiilaa fi Haroo Limmuu) gidduu socho’uun waggoota 18ttan darban oliif mootummaa Wayyaanee wajjin wal’aansoo jabaa geggeessaa kan ture biyya keessaa harka wayyaaneetiin to’atamuun dhaga’ame
Obbo Margaa Dabaloon ilma isaanii ilaalcha sabboonummaa keessatti Guddisan dargaggoo Darajjee Margaa Dabaloo Liigii Dargaggoota KFO kan ture ji’a shaniin dura harka wayyaaneen to’atamuun isaas beekameera.
Obbo Margaa Dabaloo waa’ee mirga uummata Oromootiif waggoota dheeraa bosona kan jiraateef uummati Oromoos falmii dhageessisuun wabii lubbuusaa ta’uu akka qabu qeerroon Giddaa dhaameera!

13055463_224685877908499_7962528785800116075_nMusliimoonni Magaalaa Jimmaa fi Finfinnee Irraa Qabamanii Mana Hidhaatti Dararamaa Jiran Digdamman Guyyaa Boorii Mana Murtiitti Akka Dhihaatan Beekame!
# RDH Kibixata, Ebla 18/2008 (April 26, 2016)
Musliimoonni Magaalaa Jimmaa fi Finfinnee irraa humna tikee wayyaaneen butamuun galmee himannaa Kadir Mohaammad jalatti himatamanii jiran guyyaa boorii Mana Murtiitti akka dhihaatan beekameera.
Musliimoonni kun humna tikee wayyaaneen butamuun mana hidhaa Maa’ikelaawwii keessatti baatiiwwan shanii oliif hidhamuun dararamaa erga turanii booda Mana murtiitti dhiheeffamuun, yakka shororkeessummaatiin kan himataman yommuu ta’u, Manni Murtii kaangaaroo Himatamtoonni kun abbaan seeraa nuuf haa jijjiiramu jechuu isaaniitiin, adeemsa murtii isaanii ji’oota sadiif addaan akka citu akka taassise ni yaadatama.
Akka seera biyyattiitti himatamtooni baatii 4 caalaa mana hidhaa Maa’ikelaawwii keessatti hidhamuu akka hin qabne kan labse ta’us, Mootummaan Wayyaanee garuu himatamtoota kana ji’oota shanii oliif mana hidhaa maa’ikelaawwii keessatti hidhuun dararaa tureera.
Himatamtoonni kun waggaa tokkoo oliif murtee osoo hin argatiin mana hidhaa kessatti daramaa kan jiran yommuu ta’u, adeemsi murtii isaanii addaan erga citee turtii baatii sadii booda guyyaa boorii waaree dura sa’a 2:30 irratti mana murtii Lideetaatti akka dhihaatan beekameera.
Hawaasni Musliimaas guyyaa boorii dhaddacha irratti argamuun deggersa isaa akka agarsiisu waamichi dhihaateer

13051637_852941818144233_539746422157874275_n#‎OromoProtests‬ Bekele Gerebe again ๐Ÿ˜Ÿ๐Ÿ˜Ÿ๐Ÿ˜Ÿ๐Ÿ˜Ÿ๐Ÿ˜Ÿ๐Ÿ˜Ÿ he have been charged what he never committee crime along side OFC members by Tigray government. We can see that how vicious TPLF regimes become, against our nations and all Ethiopians that’s why Bekele Gerebe and his fellow OFC members have been charged this week by TPLF. They are labeled them by being OLF Member and the TPLF have listed OLF as terrorist group for long time when TPLF Terrorist evils still operating in Ethiopia as terrorist. Bekele Getbe the man who’s even refuse to spoke to OLF leaders shouldn’t deserve this just by meeting OLF supporters it’s doesn’t mean he is OLF. We know they have been just because they are Oromo’s and the TPLF still un willing to give up on killing, kidnaping torturing abusing and chasing down all Oromo national from child to elderly even pregnant women including well educated intellectual Oromo’s all over Oromiyaa. Being Oromo in Ethiopia at the moment is crime, It’s really sad indeed.
What our Oromo nations to know is we are at war since 1992 by Terrorist Tigray librations front (TPLF ) now our nations in secret genocides form since by minority Tigray TPLF and they are still work hard to keep Oromo’s silence by any means to survive and stay on power for little while and the TPLF criminality against humanity unlimited. Amhara siitariit yabasabasa zinab ayfaram yiiale” so that’s why they are never stop killing and destroy our people life but it’s not easy for them after our nations are united Oromo people still resisting and fighting along side with QEERRO and some of them even start joining OLF, may be they are on Military training and no body knows The remain QEERRO in Oromiyaa must be with our nations it’s war time against Tigray and and we will never ever give up fighting against injustice and our right al Oromo will achieved their own freedom, we have a people with a massive populations we don’t to fear for minority Tigray who is equipped heavy weapon and machines gun by Wester any more, After what they have done to Oromo nations. They don’t have capable ruling Oromo’s or other Ethiopians any more it’s over. We know for sure the TPLF are already fighting for survival only by killing
Unfortunately that’s no for long and watch out while they are even going to collapsed them self just matter of time.
Our struggle is continues !!

Ebla 25 Bara 2016) Naannoo Finfinnee Godina Addaa Oromiyaa Magalaa Buraayyuu Ganda Gafarsaatti Ebla 25/2016 Mootummaan wayyaanee ilmaan oromoo irratti mana jireenyaa diigaa akka oole oduun suuraan deggaramee nu gahe ifa godheera.oromootin mani jireenyaa jalaa diigame kun mootummaan wayyaanee karoora Maaster Pilaanii qabu ifatti hojiira oolfachuu waan dadhabeef tooftaa gara garaa baasee lafa keenyarraa waan nu buqisaa jiruuf oromoo bakka jiruu akka nuu birmatu jechuun dhaamsa dabarffachuu isaanii dhaamsa SBO qaqabe irraa hubachuu dandeenyeera.
13076980_1056498231055757_9198917537149647062_n

แ‹แŒคแ‰ต แŠ แˆแ‰ฃแ‹ แŠขแˆ•แŠฃแ‹ดแŒ แ‹จแ‹แŒชแŠ“ แ‹จแ‹ฐแˆ…แŠ•แŠแ‰ต แ–แˆŠแˆฒแ‹แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแ‰ตแˆฝ แ‹จแ‰€แˆจแ‰ แˆˆแ‰ตแŠ• แˆƒแˆณแ‰ฅ แŠฅแ‹จแˆ˜แˆจแˆ˜แˆจแ‹ แŠแ‹:: ‪#‎Ethiopia‬‪#‎EPRDF‬ ‪#‎EthiopianForeignPolicy‬‪#‎MinilikSalsawi‬ ‪#‎Dictators‬
Minilik Salsawi (แˆแŠ•แˆŠแŠญ แˆณแˆแˆณแ‹Š) – แ‹จแ‹ฐแˆ…แŠ•แŠแ‰ต แ‰ฐแ‰‹แˆ™แŠ• แˆแˆตแŒขแˆญ แˆˆแ‹แŒช แˆƒแ‹ญแˆ แŠ แˆณแˆแˆแ‹ แˆฐแŒฅแ‰ฐแ‹‹แˆ แ‹จแ‰ฐแ‰ฃแˆ‰ แ‹จแ‹ฐแˆ…แŠ•แŠแ‰ต แˆƒแ‹ญแˆŽแ‰ฝ แŠ แˆตแˆฏแˆ::แ‰ แ‰ฐแ‰ฃแˆˆแ‰ แ‰ต แ‰ แ‹šแˆ… แˆณแˆแŠ•แ‰ต แ‹แˆตแŒฅ แŠขแˆ•แŠฃแ‹ดแŒ แˆ˜แˆซแˆน แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‹จแ‹แŒช แ–แˆŠแˆฒแ‹แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแ‰ตแˆฝ แ‹จแ‰€แˆจแ‰ แˆˆแ‰ตแŠ• แˆƒแˆณแ‰ฅ แŠฅแ‹จแˆ˜แˆจแˆ˜แˆจแ‹ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แˆˆแŠขแˆ•แŠฃแ‹ดแŒ แŠ แŒˆแ‹›แ‹ แ‹จแ‹ฐแˆ…แŠ•แŠแ‰ต แŠฅแŠ“ แ‹จแ‹ฒแ•แˆŽแˆ›แˆฒ แŠ แˆ›แŠซแˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰…แˆญแ‰ฅ แ‹จแˆ†แŠ‘ แˆแŠ•แŒฎแ‰ฝ แŒ แ‰แˆ˜แ‹‹แˆ:: แ‰ แŠ แˆซแ‰ต แ‹˜แˆญแ แ‰ฐแŠจแแˆŽ แ‰ แŒแˆˆแˆฐแ‰ฆแ‰ฝ แŠ แˆแ‰ฃแŒˆแŠแŠ“แ‹Š แŠ แˆ˜แˆซแˆญ แˆตแˆญ แ‹จแ‹ˆแ‹ฐแ‰€แ‹ แ‹จแ‹ฐแˆ…แŠ•แŠแ‰ต แŠฅแŠ“ แ‹จแ‹ฒแ•แˆŽแˆ›แˆฒแ‹ แ‹˜แˆญแ แ‰ แŠจแแ‰ฐแŠ› แ‹ฐแˆจแŒƒ แ‰ แˆƒแŒˆแˆญ แŠฅแŠ“ แ‰ แ‹œแŒŽแ‰ฝ แˆ‹แ‹ญ แŠ แ‹ฐแŒ‹ แˆ˜แ‹ฐแ‰€แŠ‘แŠ• แˆแŠ•แŒฎแ‰นแˆˆแˆแŠ•แˆŠแŠญ แˆณแˆแˆณแ‹Š แ‰ฐแŠ“แŒแˆจแ‹ แŠขแˆ•แŠฃแ‹ดแŒ แ‹จแ‹แŒช แ–แˆŠแˆฒแ‹ แŠจแ‹œแŒŽแ‰ฝ แ‹ญแˆแ‰… แ‹œแŒ‹ แˆ‹แˆแˆ†แŠ‘แ‰ต แ‰…แ‹ตแˆšแ‹ซ แˆ˜แˆตแŒ แ‰ฑ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‹จแ‹ฐแˆ…แŠ•แŠแ‰ต แ‰ฐแ‰‹แˆ›แ‰ฑ แ‹œแŒŽแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ›แŒฅแ‹แ‰ต แˆŒแ‰ต แ‰ฐแ‰€แŠ• แŠฅแ‹จแˆฐแˆฉ แˆ˜แˆ†แŠ“แ‰ธแ‹แŠ• แ‰ แŒแˆแŒฝ แ‹ซแˆตแ‰€แˆ˜แŒ  แˆฒแˆ†แŠ• แŠฅแ‹จแ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆˆ แ‹ซแˆˆแ‹ แ–แˆŠแˆฒ แŠ แ‹ฐแŒ‹แ‹ แˆˆแˆƒแŒˆแˆชแ‰ฑ แŠซแˆแŠ‘ แ‰ แ‰ฃแˆฐ แˆ˜แˆแŠฉ แ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹แˆญแ‹ฐแ‰ตแŠ• แ‹ซแŠจแŠ“แŠ•แ‰ฃแˆ แ‰ แ‰ฐแ‹ซแ‹˜แ‹ แ‰ธแˆแ‰ฐแŠแŠแ‰ต แŠฅแŠ“ แŠแŒˆแˆญแŠ• แ‰ แŠ•แŒแŒแˆญ แ‰ฅแ‰ป แŠ แŠ•แŒ แˆแˆŽ แˆ˜แ‰ฐแ‹ แŠ แ‹ฐแŒ‹แ‹ แ‹จแŠจแ‹ แˆ˜แˆ†แŠ‘ แ‰ฐแŒˆแˆแŒฟแˆ::
แˆˆแˆƒแŒˆแˆญ แ‰…แ‹ตแˆšแ‹ซ แˆฐแŒฅแ‰ถ แ‹œแŒŽแ‰ฝแŠ• แˆ›แŠญแ‰ แˆญ แˆ›แˆตแŠจแ‰ แˆญ แ‹ซแˆแ‰ปแˆˆ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‹จแ‹แŒชแŠ• แ‹ˆแˆจแˆซ แˆ˜แˆ˜แŠจแ‰ต แ‹ซแˆตแ‰ธแŒแˆจแ‹‹แˆ แ‹จแˆšแˆ‰แ‰ต แŠ แˆ›แŠซแˆชแ‹Žแ‰น แŠจแ‹แŒช แˆƒแ‹ญแˆŽแ‰ฝ แˆˆแˆšแ‹ฐแˆจแŒ แˆ›แŠ•แŠ›แ‹แˆ แ‹จแŒแˆแŒฝ แŠฅแŠ“ แ‹จแŠฅแŒ… แŠ แ‹™แˆญ แ‹ˆแˆจแˆซ แˆ•แ‹แ‰ฅ แŠแ‰ฑแŠ• แŠซแ‹žแˆจ แˆ˜แˆ˜แŠจแ‰ต แˆตแˆˆแˆ›แ‹ญแ‰ปแˆ แ‹ˆแ‰…แ‰ณแ‹Š แˆแŠ”แ‰ณแ‹Žแ‰ฝ แˆตแŒ‹แ‰ณแ‰ธแ‹ แˆ˜แˆตแ‹แ‰ฑแŠ• แŒ แ‰แˆ˜แ‹‹แˆ::แˆ•แ‹แ‰ฆแ‰ฝ แ‰ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แˆ‹แ‹ญ แŠฅแˆแŠแ‰ต แ‹จแˆšแŠ–แˆซแ‰ธแ‹ แ‰ฅแˆ„แˆซแ‹Š แ‹จแ‹œแŒแŠแ‰ต แˆ›แŠ•แŠแ‰ณแ‰ธแ‹แŠ• แ‹จแˆšแ‹ซแŠจแ‰ฅแˆญ แŠ แŒˆแ‹›แ‹ แˆฒแŠ–แˆญ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แˆ˜แ‹˜แŠ•แŒ‹แ‰ต แ‹จแˆˆแ‰ฅแŠ•แˆ แ‹จแˆšแˆ‰แ‰ต แŠ แˆ›แŠซแˆชแ‹Žแ‰น แˆˆแ‹œแŒŽแ‰ฝ แ‹จแˆแŠ•แ‰ฐแŒˆแ‰ฅแˆจแ‹แŠ• แŠฅแŠ“ แ‹จแˆแŠ•แŒ แ‰€แˆแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰‹แŠ•แ‰‹ แˆแŠ•แˆˆแ‹ญ แŠฅแŠ“ แˆแŠ“แ‹แ‰… แ‹ญแŒˆแ‰ฃแˆ แˆฒแˆ‰ แŠจแˆฝแ‰ฅแˆญ แŒ‹แˆญ แ‰ แ‰ฐแ‹ซแ‹ซแ‹˜ แ‰ แ‹œแŒŽแ‰ฝ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแˆšแŒปแˆแ‹ แˆตแˆ แŠ แˆณแˆณแ‰ขแŠ“ แ‰ฅแ‹™แˆ แ‹จแˆ›แ‹ซแˆตแŒ‰แ‹ แ‰ แˆ•แ‹แ‰ก แ‰ฅแ‰ป แˆณแ‹ญแˆ†แŠ• แ‰ แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ฑ แŒญแˆแˆญ แ‰ฐแ‰ƒแ‹แˆž แ‹ซแˆˆแ‰ แ‰ต แ‹จแˆ•แŒ แˆ‚แ‹ฐแ‰ต แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แŠ แˆตแˆแˆจแ‹แ‰ แ‰ต แ‹œแŒŽแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆƒแŒˆแˆชแ‰ฑ แ‹ˆแŠ•แŒ€แˆˆแŒซ แˆ˜แ‰…แŠ› แˆ•แŒ แˆ˜แŠญแˆฐแˆต แŠฅแ‹จแ‰ฐแ‰ปแˆˆ แ‰ แˆฝแ‰ฅแˆญ แˆ•แŒ แˆ›แŠ•แŒˆแˆ‹แ‰ณแ‰ฑ แŠ แ‹ฐแŒ‹แ‹ แ‹จแŠจแ‹ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แŠ แˆตแ‰€แˆแŒ แ‹‹แˆ::แ‹จแˆ•แ‹ˆแˆ“แ‰ต แ‰ฃแˆˆแˆตแˆแŒฃแŠ“แ‰ต แ‹ญแˆ…แŠ• แˆƒแˆณแ‰ฅ แ‰ขแ‹ซแˆตแŠจแ‹แ‰ธแ‹แˆ แˆซแˆณแ‰ธแ‹ แ‰ แŒ แ‹จแ‰แ‰ต แˆ˜แˆฐแˆจแ‰ต แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰ถ แ‹จแ‰€แˆจแ‰ แˆ‹แ‰ธแ‹ แˆ˜แˆ†แŠ‘ แ‰ณแ‹แ‰‹แˆ::
60 แˆบแˆ… แ‹จแˆšแŒ แŒ‰ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแ‹แ‹ซแŠ• แ‰ แ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แ‹จแŠ แˆˆแˆ แŠญแแˆŽแ‰ฝ แ‰ฐแŠจแˆซแŠซแˆช แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แŠ แŒฅแ‰ฐแ‹ แ‰ แ‹จแŠฅแˆตแˆญ แ‰คแ‰ฑ แŠฅแ‹จแˆ›แ‰€แ‰ แ‹ญแŒˆแŠ›แˆ‰:: แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‰ แ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แ‹จแ‹ฐแˆ…แŠ•แŠแ‰ต แ‹จแŒจแˆˆแˆ› แ‹ตแ‰ฅแ‰… แŠฅแˆตแˆญ แ‰คแ‰ถแ‰ฝ แ‰ แˆญแŠซแ‰ณ แ‹œแŒŽแ‰ฝ แŠซแˆˆแแˆญแ‹ต แ‰ณแˆตแˆจแ‹ แ‹ญแŒˆแŠ›แˆ‰::แ‹จแ‹ฐแˆ…แŠ•แŠแ‰ต แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ฑ แ‰ แ‰กแ‹ตแŠ• แ‰ แˆ˜แ‹ฐแˆซแŒ€แ‰ต แ‹˜แˆจแ‹ แŠฅแŠ“ แŒแ‹ตแ‹ซ แ‹ญแˆแŒฝแˆ›แˆ‰:: แ‰ แ‰ฐแŒจแˆ›แˆชแˆ แˆฝแ‰ฅแˆญแ‰ฐแŠ› แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹จแˆ›แ‹ซแˆŸแˆ‰ แ‹œแŒŽแ‰ฝ แ‰ แ‹จแŠฅแˆตแˆญ แ‰คแ‰ฑ แ‰ แˆฝแ‰ฅแˆญ แˆตแˆ แ‰ฐแŠจแˆฐแ‹ แˆ˜แŒˆแŠ˜แ‰ณแ‰ธแ‹ แ‰ตแˆแ‰… แˆตแŒ‹แ‰ต แˆ˜แˆ†แŠ‘ แ‰ฐแŒ แ‰แˆŸแˆ::แ‹ญแˆ… แ‰ แ‹ฐแˆ˜แŠแ‰ฅแˆต แŠ แŒˆแˆญ แ‹จแˆšแˆ˜แˆซแ‹ แˆ•แ‹ˆแˆ“แ‰ต แˆ˜แˆซแˆน แŒแŠ•แ‰ณ แ‹จแˆ˜แŒจแˆจแˆปแ‹ แˆฐแŠ แ‰ต แˆ‹แ‹ญ แˆ˜แ‹ตแˆจแˆฑ แˆฒแ‰ณแ‹ˆแ‰… แ‰ แŠจแแ‰ฐแŠ› แ‹ฐแˆจแŒƒ แ‹จแ‹แŒช แˆƒแ‹ญแˆŽแ‰ฝแŠ• แ‹ญแˆแˆซแˆ แ‹จแˆ˜แŠจแˆ‹แŠจแ‹ซ แˆฐแˆซแ‹Šแ‰ฑ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ญแ‹‹แŒ‹แˆˆแ‰ต แˆตแˆˆแˆšแ‹ซแ‹แ‰… แ‹ˆแ‹ฐ แŒฆแˆญ แˆœแ‹ณ แŠ แ‹ญแˆแŠญแˆ แˆฒแˆ‰ แˆแŠ•แŒฎแ‰น แ‹จแŒ แ‰†แˆ™ แˆฒแˆ†แŠ• แˆ•แ‹ˆแˆ“แ‰ต แˆซแˆฑ แ‹ซแ‹ฐแˆซแŒƒแ‰ธแ‹ แ‹จแ‹ˆแˆฎแ‰ แˆ‹ แˆฐแˆซแ‹Šแ‰ถแ‰ฝ แ‹จแˆ˜แŠจแˆ‹แŠจแ‹ซ แˆแ‰ฅแˆต แ‰ แˆ›แˆแ‰ แˆต แˆ•แ‹แ‰กแŠ• แŠฅแ‹ซแˆตแˆแŒ€ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แŒ แ‰…แˆฐแ‹‹แˆ::‪#‎แˆแŠ•แˆŠแŠญแˆณแˆแˆณแ‹Š‬

#‎oromoProtests‬ 26/4/2016 hiriira guyyaa arraa sabboontoonni magaalaa waashingitanifii naannoo isii jiraatan waajjira dantaa alaa USA fulduratti godhame
13061964_1336916263001520_3608523506902148926_n

ODUU magalla Adaree iraa ykn Harar iraa amma nu dhabaqee kana dubissa Ebla 26 bara 2016
Magaalaa Harar keessa arra wayaaneen jiraattoota mana isaanii buqaasuuf dhufanii ummataan waliitti bu’uudhaan arra ganama sa’a 8:00 am ummanni waliitti dirmachuun humnoottii mootummaa wacaafaadhaan qaaneessanii deebisan kanaaf ummanni wal gurmeessanii naannoo baadiyyaa irraa waliitti dhufanii ammallee eeggachaa jiran haalli kun ammaan duraas ummata oromoo magaalaa irraa baasuuf karoorfame dubbatamaa jiruudha. Ammaf oduun nu gesse kana qofa jelaa buune issiin gabafnaa galatoma

SEENAA HAALA HUNDEEFAMA ROOBEE
________________________________________
Oromoon lafa Baale irraa qubate, Oromoon Mandoo ilmaan 7 argatr, Ilmi hangafaas Oromoo Raayyaa dha, Raayyaan Ilmaan 33 argate, ilmaan isaa keessaa gosti Walashee
angoo abbaa bokkuu qaba,abbootti bokkuu ciccimoo qabaachunis beekkama.
Akka kanaan nama Oromoo Raayyaa ta’ee balleessa balleesse irratti murti kan dabarsu
abbaa bokkuu walasheedha,
bara tokko Abbaan bokkuu walashee, Danboobaa Tiksee, kan jedhaman angoon bulchiinsa naannoo walashee kan kennameef waan ta’eef , nama badii akka hannaa fi lubbuu namaa balleessuu raawwate akka balleessaa isaattiin ilaalanii haala seera Gadaatiin murtii jajjaba waan dabarsaniif, namni kamiyyuu walashee dhaquu ni sodaata ture.
Akkuma sirni Gadaa dhiibbaa nafxanyootaatiin badaa dhufeen Abbaa bokkuun Walashee Dhihootti yaadataman Abbaa bokkuu Sheeyimoo Finqilaati.
Magaalaan Walashee guddoon Roobe jedhamti. Haala Roobe itti hudeenfamte, mangudoonni yoo himan akkana jedhu. Roobeen dura gabaan guddoon naannawa sanii, gabaa ganda Abbakara Hambaqaa ta “Mis’ra” jedhamtutu ture. Mis’ra kiiloo meetira kudha lama Rooberraa gara kiibbaattti argamtti. Guyyaa tokko,namni maqaa isaanii Haaji Alii Walee jedhamu, gabaa Misraa ta waare oo’ite dhufanii Ummataa gabaa jiruun:
“Hambaqa waaree baanee, Roobetti eeyidi qixxeen Haaji Alii Walee”
jedhanii ammaan booda gabaan misraa gara roobeetti akka jijjiramtu jedhanii murtii dabarsanii guyyama kana namoota gabaa dhufan hunda gara roobee kaasan jedhama.
Abbaan bokkuu Walashee, Danboobaan Hawaasa Walashee heddu wajjiin, Ummata gabaa Misraa irraa gara Robee yaa’u, laga Togona jedhamutti simatanii haga Robee wajjiin dhufan jedhama.
Kanaan booda Roobeen “Roobee Roobaa torbaanii” jechuun waamamuu eegalte jedhama. Manguddoonni yaada “Roobee Roobaa torbaanii”kana bifa lamaan himu. yaada tokkoon, magaalaan Robee ganda torba Jiddutti waan dhaabatteef yoo jedhan yaanni lammataa, namoonni maqaan isaanii Roobaa jedhaman torba torbaaniin . roobetti walgahanii murtii kan dabarsan waan ta’eef, jechuun himama.
Yeroo ammaa kana magaalan roobee teessoo sabaa fi sablammii hedduuti, ilmaan Oromoo qabsoo abbootiin teenna godhaniin waan hundaanu Olaantummadhaan hortee gitta bittoota nafxanyaa irra ooluun haqa abbaa biyyuummaa isaa firii dhandhamataa ilmaan isaatiif Magalaatti dhaala jira,magaalawwan Oromiyaa keessaa magaalan Abbaan biyya Oromoon Hangafumaan sadarkaa olaanaatti qabeenyaa fi hojii magaala keessaa dhunfate qabe magaala Roobe qofa jechuun ni danda’ama.
Magaala roobe baroota 10 darbanii asitti ummata Oromoo abbaa biyyaa cunqursaa kan jiru “Nafxanyaa Oromoo” , ” Hojjattoota Bulchiinsa Kantiibaa Magaala Roobeti”.
Hojjattoonni bulchiinsa magaala Roobee waggoota 10 darban keessatti angoo mootummaa fedhii dhuunfaa isaani ittiin bahuun birrii miliyoona 100 ol bifa malaamaltummaatiin hataa jiru.
Nafxanyoonni Oromoo,Hojjattoonni Bulchiinsa Kantiiba Magaala Roobee,lafa abboonni teenna nuuf dhaalan maqaa inveestenmeti jedhuun namoota hortee nafaxnyaa mallaqa qabanii fi hortee cunqursitoota angoo irra jiraniif dabarasnii gurguraa turan ammas gurguraa jiru.

No comments:

Post a Comment