Sunday, June 16, 2013

Holland: Ilmaan Oromoo oromoo fi Oromiyaa Halaagatti beeksissan!




Oromiyaa beeksissuu - Mulugeta Mosisa

Waxabajjii 15,2013 Ilmaan oromoo dararamma, hidhaa fi sarbammuu mirga abbaa biyyuummaa mootummaa garbomfaata wayyaannee oromiyaa keessaatti raawwaacha jiru jala baaqaatani biyyaa Hollandii kolugaltummaa gaaffaatani dhimmii issaani fudhaatama dhaabee alaa jiracha jiraanii sagantaa ummata oromoo fi biyyaa Oromiyaa beeksissuu magaalaa guudditti Neezeelandii ( Hollandii) gaggefamme irraatti ummani biyyoota adda adda irraa qooda fudhatan yoo ta’u Obbo Mulugeeta Moosissaa miseensa gameessa ABO hirmatoota sagantaa kan irraatti argamaniif eenyuummaa sabaa keenyaa fi ummani oromoo mootumoota Itoophiyaan jaaraa 19 irraa qabe sarbammuu mirga fi dararama jala akka baqatani ummani oromoo qabsoo abbaa biyyuummaa fi hiree-murteeffanaa gaggaeessaa akka jiru ibsa baala kennani jiru.Akkasuma nyaani adda oromoo fi ufani adda beeksissame , akkasumas weelissa beekama Mahadii Seeka , weelistu Angaatuu Baalchaa fi dargaggoo Mommaad Abdii ummata sagantaa kana irraa qooda fudhatan borssani jiru.

1 comment:

  1. Yaadni kee nu qaqqabeera. Garuu, Katabbii kee irratti Qubee hedduu dogoggoorta.

    ReplyDelete