Wednesday, October 30, 2013

Beeksisa Wal-gahii WWDO, Sadaasa 03, 2013

Beeksisa Wal-gahii WWDO, Sadaasa 03, 2013
Walga’ii keenya idilee kan ji’a dhuftuu akkuma barame Sadaasa gaafa 03, 2013 gageeffanna. Kanaaf, guyyaa kanatti dhimmoota barsiisaa, bashannansiisaa fi bo’aarsaa ta’an qopheessine irratti waliin akka hirmaannuuf dargaggoota naannoo Washington DC, MD fi VA jiraattaniif waamicha dabarsina. Keessummaas yoo hafeertan bakki ni jiraata.
Bakki: Waajjira Hawaasa Oromoo 6212 3rd St NW Washington, DC 20011
Guyyaa: 11/03/2013
Sa’a: Waaree booda 6:00 irraa kaasee,
Dargaggoon Oromoo Irree Oromiyaati!
Koree Gidduu WWDO

No comments:

Post a Comment