Monday, May 26, 2014

Hayyama Hiriira Nagaa Paartiin SLM Gaafateef Deebisaan Wayyaanee Irraa Kenname Diddaa Dha!

Caamsaa 25,2014 Hawaasaa
Sidama Weddelli (Dargaggoo Sidaamaa) FDG itti fufuun gama biraan Uummatni Sidaamaa mormii mootummaa Wayyaaneef qabu dhageessisuuf SLM paartiin eeyyama hiriira nagaa karaa seeraa wayyaanee gaafate. Mootummaan Wayyaanee garuu eeyyama kana ni dide. Deebiin Wayyaanee kan SLM dhaaf debei’e akka maxxanee jiru kana ta’a. Kanas ta’u  Godina Sidaamaa aanaalee fi manneen barnootaa keessatti diddaan eegalamee jira. Yuunivarsiitii Hawaasaa keessattis sodaa diddaan eegalama jedhuun humni waraanaa dabalamee jira.FDG Oromiyaa fi naannoo Sidaamaa bifa daran jabaateen itti fufa.

No comments:

Post a Comment