Tuesday, May 20, 2014

Namni intaloo Tana Beektan Akka Warra isiitti Gabaastan,

Suuraan intaloo armaangadiitti argitantun,
Maqaan isii, ZiNNaaSH ASaFFaa DaCHaaSaa,
isiintun hujiidhaaf karaa koontaraata egensi tiin biyya YEMEN hojjachuuf kan dhufte yootahu,
akka namoota isii karaarraa arge irraa yaroo odeefannu,
guyyaa 14/05/2014 akka poolisiin mana hidhaa magaalaa Sana’a keesa mana hidhaa jiru keesaa baasee humnaan isaanitti kannuudhaan akka gara embaasii ethiopia geesan jechaaf, yaroo ijoolleen oromoo intaloo poolisiin itti kanne fuudhanii embasi ethiopia geesan, intaloon waan mataansii Xuqamee Jiruuf Embasin ethiopia isaanirraa fuudhuu dide waanta’eef intala oromooti jechuudhaan gara waajjra Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman, fiduudhaan darbanii biraadeeman,
koreeleen ajjira TBHOY, INTALOON intala Oromoo tahuu isii hubannee rakkina isirra gahe yaroo gaafannu, intaloon mataan isii fayyaa waan hintaaneef akki nuu deebiste, ,< amata tokkoofii cinaa akka hojjachiisanii maalaqa ishee dhoorkatanii nama tumte jechuun mana hidhaa naqan>
saniinbooda koreen fayyaa kan TBHOY, INTALOO gara UNHCR itti debersuudhaan mana yaalaa kan nama mataan dhukkubuu galchine,
guyyaa 17/05/2014 Doktorri mana yaala gachinee nuufbilbiluudhaan akka intaloon Duute nutti himan, yaroo ammaatiif mana yaalaa mana reefkaa keesa waanjirtuuf, NAMOONNI ISHEETANA BEYTAN YOOJIRAATE AKKA WARRI iSHEE ejansi ishee Kontaraata Fuudhe INTALA ISAANII Seeraan Gaafatan, iTTI GABAASTAN KHABAJAAN ISN GAAFANNA!!
GALATOOMAA,
Waajjira Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman,

No comments:

Post a Comment