Sunday, July 5, 2015

Finfinnee Handhuura Oromiyaa Haa Falmtnu!!

Jaarraa tokkoon dura biyyi keenya Oromiyaan bittaa Habashootaa jala erga galtee biyyaa fi mirga abbaa biyyummaa sarbamuu irratti dabalee qe’ee fi qabeenyi Oromoo hedduun samame.Dhalli Oromoo gabrummaan qabamee biyya fagootti gurgurame. Kanas kan taasise mootummaan Habashaa teessuma isaa handhuura biyya keenyaa Finfinnee taasiseeti,dachii abootootii keenyaa fi gootota Oromoo irraa dhiibatee qubsuma malgaalaa taasise.

Bara 100 dura yeroo Finfinneen harka Habshootaa jala galtee dachiin keenya waan fakkaatuu fi akkaataa qubsuma Habshootaa suuraa armaa gadii hamma tokko ni hima.

Filihuhaa 1892
Naannoo Horaa bara 18 92 / Filihuhaa in 1892
Finfinnee
Naannoo DAALLATTII / ፈረስ ማሰሪያ ዛሪ አራት ኪሎ ተብሎ በሚታወቀው አካባቢ የራስ መኮንን የቅርብ ወዳጅ በነበር አንድ ፈረንሳዊ ተከፍ
waan oromoo godhan
Adabbii OROMOOTA Irraan Gahaa Turame
መሐል አራዳ (Piazza) 1897
Naannoo Birbirsa Gooroo Bara 1897 / መሐል አራዳ (Piazza) 1897
ሽርቅርቋ አዲስ አበባ 1901
Finfinneen erga Nafxanyootaan dhuunfatamte 1901

No comments:

Post a Comment