Saturday, September 21, 2013

Irreecha 2013 – Los Angeles, California – Fulbaana/Sept. 28

Gadaa.com
Ayyaanni Irreecha bara 2013 Fulbaana 28, 2013 magaala Los Anjeles keessatti kabajaamuuf qophiin itti fufeera. Lammiiwwan Oromoo fi firoonni Oromiyaa Kaaliforniyaa fi Godina Ollaa keessa jiratan hundinuu koottaa waliin haa Irreeffannuu!
Qophiin sa”aa 11:00WD jalqaba.
Bakkeen Qophii: Kenneth Hahn State Recreation Area
—————————
The Oromo Thanksgiving Day will be celebrated on September 28, 2013. All Oromo citizens and friends of Oromo nation are cordially invited. Please, join us on our highly celebrated Holiday.
Program begins at 11:00am.
Location: Kenneth Hahn State Recreation Area
Odeefatnoof: 626-487-0614, 951-488-8188, 951-316-4688 bilbilaa.

1 comment:

  1. Happy Thanks giving Festival /Ayyana Birra Garii/Baga ittin isiin gahe.
    Originally from Nadjo lived in Bishoftu where the cermonial occassion is celeberated colorfully
    Fraol Keneni
    From Netherlands

    ReplyDelete