Monday, June 1, 2015

Moggaasa Lafaa Godina Addaa Finfinnee Jechuun Qonnaan Bultooti Oromoo Haalaan Buqa’uun Gamooleen Investeroota Halagaa Daran Ijaaramuu Itti Fufe.

Yeroo ammaa kanatti jiraattotii fi qonnaan bulaan Oromoo dachii isaanii irraa buqa’anii lafa irra  jiraatu hin beekamu. Lafoota qonnaan bulaa qotachaa jiraachaa ture har’a manneen dhagaa inversteroota alagaan daran ijaaramaa jira.
ahajF

G

No comments:

Post a Comment