Thursday, January 1, 2015

Wayyaaneen Oromo baratee Mirgaa Ofiiti falaachuu Eegale Baruumsa Irraa ari'aa jiraa!!!!!!!!!!

baratoonni oromoo 53 tayan university Adama damee fayyaa asalla departmenti medicine waggaa 6ffa baratan sababa him bekkamnen ariyamuuf universitichi wal gayii irra jira baratoonni fincila kaasani jiru oromoo waan taneef barumsa keenya irra ariyamu him qabnu jedhaa jiru. sababni guddan akka jedhama jirutti wal gayii opdo deedun boqonnaf gara warra waan deemaniif jedhama jira. please ijoolle tanaf oromoon Marti haa birmatu

No comments:

Post a Comment